Please give today to support Hymnary.org during one of only two fund drives we run each year. Each month, Hymnary serves more than 1 million users from around the globe, thanks to the generous support of people like you, and we are so grateful.

Tax-deductible donations can be made securely online using this link.

Alternatively, you may write a check to CCEL and mail it to:
Christian Classics Ethereal Library, 3201 Burton SE, Grand Rapids, MI 49546

15130. Gooftaan Si Gargaara

1 Gonkumaa abdii hinkutatin gooftaan si gargaaraa
Kochoo isaa jala hin jiraattaa gooftaan si gargaaraa.

Buufata:
Gooftaan si gargaara yeroo hundaa karaa hundaa
Inni si gargaara gooftaan si gargaara

2 Hojii baayyinaan yoo dadhabde gooftaan si gargaaraa
Gidiraan yo sitti baayy’ate gooftaan si gargaara. [Buufata]

3 Waan si dhibu inni si kenna gooftaan si gargaara
Waan ati gaafattu sindidu gooftaan si gargaara. [Buufata]

4 Qoramsi cimaan yoo dhufe iyyuu gooftaan si gargaara
Itti boqodhu dadhabi irraa gooftaan si gargaaraa. [Buufata]

Text Information
First Line: Gonkumaa abdii hinkutatin gooftaan si gargaaraa
Title: Gooftaan Si Gargaara
English Title: Be not dismayed whate'er betide
Author: Civilla D. Martin (1904)
Translator: Unknown
Refrain First Line: Gooftaan si gargaara yeroo hundaa karaa hundaa
Language: Oromo
Copyright: Public Domain
Tune Information
Name: [Gonkumaa abdii hinkutatin gooftaan si gargaaraa]
Composer: Walter S. Martin
Key: B♭ Major
Copyright: Public Domain



Media
MIDI file: PDF
More media are available on the tune authority page.

Suggestions or corrections? Contact us
It looks like you are using an ad-blocker. Ad revenue helps keep us running. Please consider white-listing Hymnary.org or getting Hymnary Pro to eliminate ads entirely and help support Hymnary.org.