| 15133 | The Cyber Hymnal#15134 | 15135 |
| Text: | Guyyaa Gammachuu |
| Author: | Philip Doddridge |
| Translator: | Unknown |
| Tune: | O HAPPY DAY |
| Composer: | Anonymous |
| Composer (refrain): | Edward Rimbault |
| Media: | MIDI file |
1 Gammachuun kan na fo’aa tee fayyisa koof waaqa kootii
Garaa koo hin gammachisaa gammachuu koos nan odeessa.
Buufata:
Guyyaa gammachuu yesuus cubbuu koo naa dhiqee
Kadhannaa na barsiiseera guyyaa hunda akkan gammaduuf
Guyyaa gammachuu yesuus cubbuu koo naa dhiqee.
2 Jaalala isaan na bitate jireenya koo gammachisee
Gammachutiin faarfanna mana kadhanna keessatti. [Buufata]
3 Hojii guddaa naa raawwate ani kan isaati inni kan koo
Na gegeessa duukaan bu’a sagalee isaas nan hubadha. [Buufata]
4 Lubbuun koo boqonnaa qaba eebbaa gaarii argateera
Waaqa koo gonkumaa eebbaa koo hundaa isa bira. [Buufata]
| Text Information | |
|---|---|
| First Line: | Gammachuun kan na fo’aa tee fayyisa koof waaqa kootii |
| Title: | Guyyaa Gammachuu |
| English Title: | O happy day that fixed my choice |
| Author: | Philip Doddridge |
| Translator: | Unknown |
| Refrain First Line: | Guyyaa gammachuu yesuus cubbuu koo naa dhiqee |
| Language: | Oromo |
| Copyright: | Public Domain |
| Tune Information | |
|---|---|
| Name: | O HAPPY DAY |
| Composer: | Anonymous |
| Composer (refrain): | Edward Rimbault |
| Key: | F Major or modal |
| Copyright: | Public Domain |
| Media | |
|---|---|
| Adobe Acrobat image: | |
| MIDI file: | |
| Noteworthy Composer score: | |