Go Ad-Free
If you regularly use Hymnary.org, you might benefit from eliminating ads. Consider buying a Hymnary Pro subscription.
15123 | The Cyber Hymnal#15124 | 15125 |
Text: | Abdiin Koo Kan Ijjarame |
Author: | Edward Mote |
Translator: | Unknown |
Tune: | [Abdiin koo kan ijaarame dhiiga Yesuusiif tola isaan] |
Composer: | William B. Bradbury |
Media: | MIDI file |
1 Abdiin koo kan ijaarame dhiiga Yesuusiif tola isaan
Isa malee hin abdadhu maqaasaattis nan-hirkadha.
Buufata:
Yesuus koo irra nan-dhaabadha
Lafti biraa na dhidhidhimsa
Lafti biraa na dhidhimsa.
2 Dukkana fi yoon arguu dhabee ayyaana isaan amanaa
Karaan koo yoo natti cimee jabaadhee isan qabadha. [Buufata]
3 Abdiin isaa fi kakuun isaa anaaf lola badiisa na oolcha
Lubbuu koo yeroo dadhabdu inni abdii koo naa ta’a. [Buufata]
4 Yammuu dhufuu maalakataan isa keessattan argama
Tola isaatiin aguugamee teesso isaa duran dhaabadha. [Buufata]
Text Information | |
---|---|
First Line: | Abdiin koo kan ijaarame dhiiga Yesuusiif tola isaan |
Title: | Abdiin Koo Kan Ijjarame |
English Title: | My hope is built on nothing less |
Author: | Edward Mote |
Translator: | Unknown |
Refrain First Line: | Yesuus koo irra nan-dhaabadha |
Language: | Oromo |
Copyright: | Public Domain |
Tune Information | |
---|---|
Name: | [Abdiin koo kan ijaarame dhiiga Yesuusiif tola isaan] |
Composer: | William B. Bradbury |
Key: | F Major or modal |
Copyright: | Public Domain |